Egaa momentiifi faayidaa ishii barreeffama kana irraa nihubattu je'eetin amana. Akkuma beekkamu yeroo baayyee namoonni hedduun Suuraa ofiifi kanneen birootis egereef kaayachuuf je'anii wanti isaan hin goone hin jiru.
Maarree barbaachisummaa momentii osoo hin ibsineen duratti yeroo hundumaa mobile'n keenya "SYNC " isaa banaa tahuudhan isin hubachiisuu fedha.
Kanatti aansuun momentiin application Suuraa keenya account facebook keenyarratti hidhamee yeroo hundumaa kuusuufi eeguudha. Suuraa bara hedduu dura jawwaala keessan keessaa delete gootan ykn mobile keessan format isin jalaa tahe deebiftanii argachuuf yeroo barbaaddaniifi bakka barbaaddanitti application Moments
Fayyadamaa.
HUBACHIISA,
Suuraa badde barbaaddanii kan argattan Mobile keessan gubbatti 'SYNC' keessan banaa tahee erga fayyadama moments eegaltan booda tahuu hin dagatinaa.
HUBACHIISA,
Suuraa badde barbaaddanii kan argattan Mobile keessan gubbatti 'SYNC' keessan banaa tahee erga fayyadama moments eegaltan booda tahuu hin dagatinaa.
Facebook keessan wajjiin(connect with Facebook) godhaa banadhaa san booda linkii armaan gadii kana tuquun buufadhaa 👉Moments👈 gad fe'adhaa.

No comments:
Post a Comment