Beeksisa
Lukkuuleen ammayyaa eegumsaafi tajaajila gahaadhaan guddattee talaallii fayyaa raawwatte gaafa may 15/5/2019 irraa kaasee naannoo gara garaatti raabsamuuf akka jirtu hubattanii fayyadamummaa keessan mirkaneessuuf dursitanii lukkuu ammayyaa bitachuuf qophaayuu akka qabdan waldaan shariikummaa machaaraa dursee isin hubachiisuu barbaada.
Kanaafuu; namoonni fedhii lukkuu ammayyaa bitachuu qabdan karaa murataamohdnur@gmail.com akka nuqunnamtan isin beeksifna.
Gatiin lukkuu tokkoo 85$ birr dha.
Addatti jiraattonni Araddaa Daaroo Labuu keessa jirtaa karaa caasaa dihee Araddaa teessan keessa jiruutiin yeroo barbaachisaa tahetti argachuu dandeessu.
No comments:
Post a Comment